Kabaja guyyaa Eid guutuu addunyaatti suuraadhaan

Muslimoonni kumaatamaan lakkaa'aman kanneen adii uffatanii Makkaa keessatti naannoo utubaa gurraacha guddaa salaata irratti jilbeenfatanii.

Madda suuraa, Getty Images

Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 3

Musliimonni addunyaa guutuutti ayyaana Eid al-Fixir, ayyaanota gurguddaa kalaandarii Islaamaa keessatti kabajaman keessaa tokko, kabajuu eegalaniiru.

Eid al-Fixrii hiikni isaas, "ayyaana sooma hiikuu" jechuu yoo ta'u, dhuma Ramadaanaa, ji'a soomaa kan namoonni umuriin gahee hedduu soomaniifi akkasumas yaada hafuuraa fi kadhannaa irratti ittiin dabarsaniitu kabajama.

Dhiiroonni baayyeen kadhannaaf osoo qophaa'aa jiranuu, namni tokko ammoo hafata kadhannaa osoo hafuu mul'atu.

Madda suuraa, Reuters

Ibsa waa'ee suuraa, Asi Mooskoo keessatti, amantoonni osoo kadhannaadhaaf qophaa'aa jiranu mul'atu
Namoonni dhibbaan lakkaa'aman mooraa Tononoka, Mombaasaa, Keniyaa keessatti kadhannaa irratti hirmaatan

Madda suuraa, Reuters

Ibsa waa'ee suuraa, Namoonni dhibbaan lakkaa'aman mooraa Tononoka, Mombaasaa, Keniyaa keessatti kadhannaa irratti hirmaatan
Dhiiraa fi dubartoonni hadduun, addaan ba'anii, mataa isaanii gadi qabatanii fi harka isaanii fuulduratti walitti qabatanii gara kaameraa fuulduratti osoo kadhatanu mulatu.

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Baha Sudaan istaadiyeemii Poort Sudaan keessattis kadhannaan raawwatameera
Yoo xiqqaate dhiirotaa fi ijoolleen dhiiraa 16 soksii uffatanii fi siree kadhannaa irra harka isaanii fuuldura isaaniitti wal qabatanii kadhannaadhaaf.

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Neezarlaandi mana Moskee Essalam Rootardaamiitti argamutti ijoolleen xixqqoonn ga'eessota waliin ta'an
Daa'imman 10 ol kutaa ifa ho'aa qabu kan baaloonii fi sheelfii kitaabota Arabaa qabu keessa minjaala boorsaa waraqaa mi'aawaa waliin guutame naannoo dhaabbatanii.

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Waraanni Raashiyaan biyyattii irratti geggeessitu itti fufee bakka jiruutti, Yukireen magaalaa Lviv keessatti daa'imman Musliimaatiif kennaa kennamaa wayita jiruutti
Filisxeemoonni kaaba Gaazaa Jabaliya keessa jiraatan caccabaa masjiida waraana amma Israa'elii fi Hamaas gidduutti geggeeffamaa jiruun barbadaa'e gidduutti wayita kadhataa jiran

Madda suuraa, Reuters

Ibsa waa'ee suuraa, Filisxeemoonni kaaba Gaazaa Jabaliya keessa jiraatan caccabaa masjiida waraana amma Israa'elii fi Hamaas gidduutti geggeeffamaa jiruun barbadaa'e gidduutti wayita kadhataa jiran
Abbaan mucaa baaloonii baatee deemuu harka qabatanii A

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Maatiin masjiida al-Aqsaa Yerusaalem keessaafi bakka qulqulluu Islaamummaa keessatti sadarkaa sadaffaa irratti argamu walitti qabamanii
Wayita kadhannaan taasifamaa jiruutti mucaa xiqqaan kadhattoota jiidduudhaa amummataa jiru Kaataariitti

Madda suuraa, Reuters

Ibsa waa'ee suuraa, Wayita kadhannaan taasifamaa jiruutti mucaa xiqqaan kadhattoota jiidduudhaa amummataa jiru Kaataariitti
Musliimonni Poorchugaal magaalaa Liisboon keessatti addabaabayii Maartiim Mooniizitti nagaa wal gaafatan

Madda suuraa, EPA

Ibsa waa'ee suuraa, Musliimonni Poorchugaal magaalaa Liisboon keessatti addabaabayii Maartiim Mooniizitti nagaa wal gaafatan
Dubartoonni waaqeffatan magaalaa Landan paarkii Burgess keessatti kadhannaa alaatti walga'anii

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Dubartoonni waaqeffatan magaalaa Landan paarkii Burgess keessatti kadhannaa alaatti walga'anii
Akkasumas waaqeffattoonni Xaaliyaanii Naappilitti Addabaabayii Plebiscito jedhamutti alatti walitti qabamaniiru

Madda suuraa, EPA

Ibsa waa'ee suuraa, Akkasumas waaqeffattoonni Xaaliyaanii Naappilitti Addabaabayii Plebiscito jedhamutti alatti walitti qabamanii
Dubartoonni muraasni Turkii Istaanbul Masjiida Guddaa Hagia Sofiyaa jedhamutti erga salaata irratti hirmaatan booda suuraa wayita ka'an

Madda suuraa, Reuters

Ibsa waa'ee suuraa, Dubartoonni muraasni Turkii Istaanbul Masjiida Guddaa Hagia Sofiyaa jedhamutti erga salaata irratti hirmaatan booda suuraa wayita ka'an
Baqattoonni Afgaanistaan ​​masjiida qarqara magaalaa Peshawaar, Paakistaan ​​jirutti wayita salaatarra jiran

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Baqattoonni Afgaanistaan ​​masjiida qarqara magaalaa Peshawaar, Paakistaan ​​jirutti wayita salaatarra jiran