Faranjii nu keessummeessa naan jedhu

Ibsa waa'ee viidiyoo, Faranjii nu keessummeessa naan jedhu

Eeritiraatti dhalatee hojii maamiloota keessummeessuutiin waggoota 40 ol hojjataniiru. Joorjii Annooloon, haadha isaanii dhalattuu Tigraayii fi Abbaa isaanii lammii Itaaliirraa achuma Tigraayitti dhalatan.